Lencho Gemechu-Saglii- New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video)
Ee tiya yayee ee tiyaa yee Ee tiyaa eetiyaa Chora Nonno blBunnon bayee Ilubaboor yo deemte beenyee Yoo deemte beenyee(2) Hiddinaan Hiddi malee yaa korma koo maal maqaan axanxarii Sirbinaan sirbi malee yaa daama koo maal maqaan na gabarii Gurralee sayyan boruu yaa korma koo goticho barii dule. Innan bo’uuf suma yaa daalitti dallitti kome … Read more